Thursday, July 21, 2022

About me

For More info


https://www.facebook.com/112394418134063/posts/pfbid02sub2BZgcC6VMDnHTG31hbzqhjEwGaKerya6xykG1B8vj7KNuE4he59wt8ZSXYT2nl/?app=fbl




Tuesday, July 19, 2022

Dargaggummaa

Dargaggummaan @sadoodhaabbaa itti beekeef.





Atihoo akkamitti dabarsitee mee yeroo dagaggummaa keeti?




Saturday, July 16, 2022

Sadeen Walirra Hin Jirre

Sadeen Walirra Hin jirre Maalif jedhan?

Gaafa Dhalaa #gabbaranii fuudhan sani.

"Gurbaan tokko akkuma aadaatti inniniis qaadhima kadhatee, gabbaraas warra soddaa nyaachise: Gaalaa, Loon, Re'ee fi Hooloota waan qabufuudhaa fi gabbaratti fixatee fuudhe. #Tanakhaa osoo isaan lukkuullee hin horin jaarsi soddaa intalaa isaa laaluuf dhufee. 

........
...........             
                                     .................



Akka aadaatti jaarsi soddaa hoggaa namatti dhufe, itti qalanii bulchan. #Tanakhaa, gurbaan soddaa waan tahu wallaalee mala dhabe mana duu a garagale dhaabbata. Intalti asuma fuutee gurbaa ollaa sanii kan hin fuudhintu jira kan korbeeyyii qabu, isiidhaa barerdina keessa tokko bira kutuu hin fedhan. 


#Tanakha, #khaatee gurbaa #ollaatti dhayxee yaaboo abbaa kiyyatu natti dhufee ka'i sittiin #heeruma #khana jalaa deemeeti #khorbeessa kana hiraataaf natti #khenni jetteen. 


Tolee! Jedheen lafaa utaalee, duraanuu kajeellarra jira. #Khorbeessa gadhawarraa hiikhee itti #khenne. Isiiniis fuuteeti jaarsa isiitiin "hoodhoo qalaa mee" jetteen. #Kuniis, eessa fedde hin jenneeni, fuudheetuma qalee.



.......... Hiraataaf #khorbeessi ni qalamee. Isiiniis bilcheessitee isaan sadeeniifuu: #Jaarsa isii, #Abbaa fi gurbaa #ollaa dhiheessiteef "nyaadhaa gaa #sadeen walirra hin jirre jetteen." Jedhan irra daddeebitee.


#Tanakha, abbaaniis hayyuudhaan sehaa, warra #soddaa taa'eetuma, gosatti iyyate. 
 
Gosa hunda ni yaamaniif. "#Gosayyoo, intala tiyyaatu hiraata nutti kennitee "#sadeen walirra hin jirree nyaadhaa gaa," jette irra daddeebiteeti mee waan akkana jetteef tana naaf gaafadhaa", Jedheen.

Maal deebifteef intaltii isaa?


Ergasii hoo maaltu tahe?

Adoolessa 12, 2014
Shamshadin M. Umaroo


Saturday, June 25, 2022

Uffannaa Aadaa Oromoo

Oromoon Aadaa qaba. Isaan keessaa Uffannaan Aadaa isa tokko. Uffannaan Aadaa kuniis akkuma baay'inaa ummataa fi bal'ina lafa isaatti garaa gara. Viidiyoo kana keessatti Uffannaa Aadaa Godinoota Oromiyaa Calaqqisan ibsuuf yaalame isin afeerre jirra. Ittiin bohaara jenna. Yoo isin gammachiisee "Like", "Share" fi "Subscribe" godha.

Wednesday, June 15, 2022

Caayaa for Building Bridge between farmers and Plant Breeder to enhance Crop improvements based on farmers interest and objectives.

Saturday, April 16, 2022

CAAYAA

CAAYAA: It is a place that protect farmers from bad weather condition; a place providing food and accommodation for everyone.

Tuesday, May 11, 2021

caayaa

CAAYAAN Gaaddisa Aadaa, Seenaa, Duudhaa fi leetoo hawaasaati. Itti dhihaadha share & like godhaa